Nahum 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni baariini yau d'owe, galaanale gogosa! Oobruuni Bashani qanch'ooratte, gaari Karmeli diimate, daraaraani Lebanoni bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi galaanaa fi laggiin dheekkamsa ufiitiin gossa; biqiltoonni Baasaanii fi Qarmeloosiin keessatti argaman hin gogan; abaaboon Libaanosii hin quura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbaayaa xixee hin gossa; laga maralle hin gossa; Baashaan latti marraan beekkantee fi Qarmelos latti qonnaan beekkante qooraneeran; daraaraan Libaanosii harca'aneeran.