Nahum 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni dallane, eenuti dandae iraa hafa? Dallansuuni isaa hamtu, eenuti dandae jalaa baha? Inni dallansu isaa ta aka ibida gubbaa gabuuse, d'akhaayeleeni isa durati ch'ach'abde, bulloofte awaara taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsa isaa jabaa afoo eentu dhaabatuu danda'a? hennaa dheekkamsi isaa akka ibiddaa gubu eentu isa danda'a? dheekkamsi isaa ka akka ibiddaa bu'e dhagaan babbaqaqee bittinnaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mufii isaa jadduu dura eentu dhaabbatuu dande'a? O'a aarii isaa eentu dande'ee ossa? Mufiin isaa akka ibiddaa bobeetti; rassaalle isa duratti hin bututa.