Nahum 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dansa; guyya gaargala gumi ufii jabeese qorqorata; nama qarqaarsa isa ira fed'atu ch'ufa inuma tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi arja'a; hennaa rakko'oo hulee jabaa itti dhokatan; worra isa hedatan maraa hin kunuunsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi dansa'a; yennaa rakkinnaa addee itti baqatanu. Inni worra itti baqatu rakkinna irraa hin dhoogga;