Nahum 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma bisaani lolaa ka fach'aati, inni nyaapa ufii ch'ufa hobaase, nama isaani morku ch'ufa fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isa morman lolaa bisaan jaba'aa isaan irra gara galcha; diintota ufii gara dukkanaa ari'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
diinota ifii ammoo akka lolaa haxowuu ijjumaa balleessee, dukkanatti hin ari'a.