Nahum 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri goda nyeench'a fakaatu kaani amma meeti? Fullaani kuble nyeench'a iti nyaachisani, ta kormafi d'alaani nyeench'aa iti gale kuble ufii qorqoratu, me?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattiin leencan keessa jiraatan, ka leencan darmiin keessatti waa nyaatan, leencan dhalaanii fi kormaan ilmoolee ufii woliin raasaa sodaa malee keessa jiraatan fakkaattu amma eessa jirti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mandheen neenqaa, godi isaan dardaroota neenqaa itti nyaachisanu, latti neenqi kormii fi dhalaan sodaa malee keessa deddeemanu fakkaattu qachaa sun amma meet ree?