Nahum 2:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ya siti nyaape; amma gaari keesani ka fardi hirkisu inguba. Nama keesani ka duulaa lola keesati fit'ani; ammalle anini waan worri biyya ira saame ch'ufa iraa fuud'a. Waan irre teesani deebiani lafa keesati ind'agayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nanawwee'e! ani sitti ka'eera jedha Waandhi banii maraa; ani gaarii kee ka fardaa maraa hin gubee barbadeessa; leencan kee darmiin guraade'een dhuman; lafa irratti ka ati miitu akka hin jiraanne taasisa; laagaan ergamtoota keetii ammaa achi hin dhagayamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nanawwe'e! Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara dade, «Kunoo, ani si morma! Garreettaa fardaa keeti ibiddaan guba. Loltoota teeti shallaaga'aan fixa; waan ati adanfattu mara ani lafa irraa balleessa; qoonqoon ergantoota teetiille haganaa achi hin dhage'antu» jedha.