Nahum 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaariini dirati baafate dira keesa fulla ch'ufa orie, aka ifse ibidaa ifse, aka angaasu angaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaariin fardaa guddisanii fiiga'aa karaa irratti wol morkan; raasaa keessa asii fi achi gulufa'aa shawaa bobawu fakkaatan akka bakkakka'aatittillee hin fixiraman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garreettoti fardaa karaa irra ariiti'iin gulufan; woldeennaa kara'aa keessa asii fi achi gulufan. Isaan umeessaa bobe'u fakkaatan; akka balaqqeetti'ii gugatan.