Nahum 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra gugurda askarti yaamani; worri ato yau gufata. Nyaapi naabo dirati orie, nama isaani, ka balbala dira suni jigeesa mukhatiini ch'absu, wonte tahafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni worra loltoota ajajan hin waama; isaan guggufata'aa gara afo'oo dhufan; loltoonni diinaa fiiga'aa dallawa qachatti'ii irra bayan; buundhee isaaniin darbatanillee wontee ufii gudda'aan uf irraa dhooggan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Asoorii loltoota ifii beekkantuu hin waama; isaan dhufaaranuun karaa irratti hin gufatan; gara dalleya qacha'aa hin gulufan; wonteelle qophootteerti.