Nahum 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbalti fullo ta d'aatu galaana irreeni banamte, nami mana hayyuu keesa jiru ch'ufti babakhakhe mudama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballan dallawa dhaga'aa ka qachatti'ii ka ladda lagaatiin jiru guddisanii banaman; manni mootumma'aallee guddisee raafame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karri karaa lagaa ba'a jettee banante; manni mootumma'aa jige.