Nahum 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Ninawi aka haro farqate baafate baqata! Ejad'a, ejad'a! jed'ani iyyani, ammo nami tokoleeni garagale indeebiu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nanawween akka bisaan haro'oo ka yaa'uuti; baniin isi'iillee akka bisaan yaa'uu qachattii keessaa bayee hennaa deemu nama dhaabadhaa'a! dhaabadhaa'a! jedhu uf duuba gara galee hin laalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka bisaan naanniga cassee, kolbaan Nanawwee keessaa hin baqatti! «Dhaabbadhu! Dhaabbadhu!» jedhanee iyyan, ammoo nami tokkolle hin deebi'u.