Nahum 2:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarsi saama! Worqi saama! Diri kunini miha hedheddu ka muumme inqamne, ka gati guddooni bitani, qaba!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenni qachatti'ii dhuma hin qabu; dhagaan isi'ii kabajjamaanillee baay'atee hagaa ol ta'e; kanaafuu deema'aatii birri'ii fi worqii saama'aa fudhadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karri qachaa sanii baca'a, qabeenni adda addaalle tuula'a; Dhaqa'aatii meeti'ii fi worqii saama'a!