Nahum 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri d'artichi d'iiga namaa buusu ya bade. Inni waan heddu qaba, ka saamani fud'atani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa Nanawwe'ee ta worra nama ajjeesanii fi ta sirima sobduu taate worra nama saamu'uun beekkamanii fi qachaa boojuu hedduu keessa guutee hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa dhiiga namaa dhangalaasu, ka sobaan guutame, ka saantu'uun guutame, ka booju'uun guutame, Nanawwe'eef aanne'e!