Nahum 3:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maneeni teesani jajabduleeni mukha oda, ka mid'aani isaa bilchaatani, fakaati: mukhi suni yo chochoosani mid'aani isaa afaani keesaniti jigani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kusheewwan kee maruu muka hurbu'uu ka dura gayee daraaraa baadhate ta'an; inni hennaa socho'ee daraaraan isa irraa harca'e afaan nama isa nyaatuu keessa bu'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kusheen teeti mara akka muka harru'uu ka midhaan qara bilchaatee ti. Yoo hargufame, afaan worra nyaatuu keessa harca'a.