Nahum 3:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartiini teesani nad'eeni fakaati, fullooni dira keesanileeni ya nyaapa keesanii banamte. Ibidi sibiila balbala fullo naabotiini jaarani ch'ufa inguba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni tee maruu akka intalaa sodaattuu ta'aniiran; balballan daangaa keetii diintota keetii banamaniiran; loosaawwan ibiddatu gubeera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltoota teeti ilaali; isaan akka dubarti'ii ti. Balbalti biyya teetii diinota keetiif badhattee bananteerti; danqaraa balbalootaalle ibiddi fixeera.