Nahum 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani woraabad'a, nyaapa isani marsu durati kurfefad'a maneeni teesani jajabdu jabefad'a! D'oqe supa, matofaara mid'aasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tee hennaa marsanii si rakkisan bisaan dhuddu woraabii kaayadhu! kusheewwan kee jabeeffadhu; dhoqqee faaraan hojjatan dhiitii qopheessii faara dhayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinaan waan marfantuuf, bisaan woraabbadhu, kushee teeti jabeeffadhu; biyyee faaraa sukkuumii, dhiitii qopheessii, faara loobame huji!