Nahum 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani bunat'u heddu ta urji gubbaa ira jirtu ya d'altani! Ammo worri amma ya bade, aka awaanisi koola ballise barise badu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldaltoonni tee urjii sami'ii caalaa baay'ataniiran; ammo akka awwaannisaa lafa dheedanii barbadeessanii bararanii lixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati urjoota gubba'aa caalaa, daldaltoota teeti fakkanfatteerta. Isaan akka awwaannisaa biyya qorranee ka'anee badan.