Nahum 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Ee Ninawi, anini si gaargalcha. Anini woya siraa baase, qulla si d'aabe, ch'eera kanke gosa ch'ufaa garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Ani sitti ka'eera; shinshinii kee si irraa mulqee fuulatti si uwwisa; baniin qullaa ta'uu kee mootonnillee salphinna kee hin argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara dade, «Nanawwe'e, ani si morma; uffana keeti si irraa shooqee fuula keetitti buqa; gosi marti qullaa keeti, mootummaalle salphinna keeti akka dhaggitu godha.