Nahum 3:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami si argu ch'ufti siraa rifate waan jed'u, Ninawi ya balleesani ona tolchani! Eenti nahe bohafi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni si arge maruu saalfatee ‹Nanawween diiggamtee waan ona taateef, eentu isi'ii naya?› jedha; ka isii jajjabeessu ani eessaa isi'ii arga?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba worri si daaw'ate marti si irraa baqataa, ‹Nanawween baddeerti; eentu bowaaf?› jedhan; ka si jajjabeessu ani eessaa siif dhagga ree?» jedhe.