Nahum 3:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ninawi, atini dira Misiri ka Thebe jed'ani ira jirta? Innileeni galaana ufii d'aatu qaba, ka aka naabo isa marsu, ka galaana Nile jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nanawwee'e! ati qachaa biyya Misirii ta Teebis jedhamtu akkuma ati bisaan waa si irraa ittisu qabdu ta laga Abbaayii bira jirtu, ta naannoon isi'ii bisaaniin marfamee fi bisaan galaanaa ka waa isii irraa ittisu caaltaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nanawwe'e, ati qachaa Tebesii, ka laga Nayilii biraa, ka bisaan marseeru, ka kaabiin isaa abbaaya'aa, ka bisaan akka dalleyaa marseeru hin caaltaa?