Nehemiah 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri waan nani jed'e, Jara eegi boojiani gale kaani guddo gochiti lafa worra keesa teetu taani gaargalchite ch'eersite. Ammalle naabo Yerusalemu ta ch'absanifi balbala Fullo isii ta gubani ammalle imid'aasine akuma duri jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Worri boojuu irraa hafan rakkoo gudda'aa fi miidhama keessa jiran, dalloofni Yerusaalemii diiggameera, balballan isi'iillee ibiddaan gubateera.» naan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Worri adoo hin booji'amin hafee adaala san keessa lubbu'uun jiru, rakkinna gudda'aa fi salphinna keessa jiran; dalleenni Yerusaalemii caccabee jigeera; balbalti isi'iille ibiddaan gubatteerti» jedhane.