Nehemiah 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo tana d'agaye jennaani gatae bohe, haga guyya heddu laalefad'e sagale dide ufi agabse, Waaqa gubba kad'ad'e waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani haga waan kana dhagaye taa'ee booye; guyyoota hedduuf gadda'aa ture, Waaqa Sami'ii afo'otti soomaan kadhata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa jecha kana dhage'e gad tee'ee bowe; guyyaa hedduu gaddee, Waaqa ol-gubba'aa duratti laamee daadimadhe.