Nehemiah 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gubbaa, Waaqa gudda, ka dandae nami sodaa si dura inejine ka nama jaalate seera kanke guutu wold'aqisa woliini tolfatani jabeesitu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana jedhe «Yaa Rabbi Waaqa Sami'ii! ati worra si jaalatanii fi worra seera kee eeganiif waada'aa fi araarallee hin eedda; yaa Waaqa gudda'aa fi sodaatamaa'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimata kiyya keessatti, «Ee, Mootii Waan Maraa Waaqa ol-gubba'aa! Ati gudda'a; sodaachisa'alle'e. Worra si jaalatuuf, worra ajaja keeti eegatuufille, gondooroo teetii fi jaalala keeti ka bara baraa ka eegattu,