Nehemiah 10:28 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin hafellee gadoonni, Leewwonni, worri balbala eegan, faarfattoonni tajaajiltoonni mana woyyu'uutii fi worra Yihuudii hin taane ka biyya lafaa keessa jiraatan keessaa worri seera Rabbiitiif uf fooyan maruu, haawwonni manaa isaanii, ijoolleen isaanii ta dhiiraatii fi ta intalaa, worri waa beekanii fi worri waa hin beenne maruu gara obboleewwan isaaniitii fi
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoottaan worra hafane keessaa ammoo, Hayyooti, Lewwooti, worri karra eegu, faarfattooti, tajaajiltooti Galma Waaqaa, akkasuma worra Seera Waaqaatiif jedhanee kolbaa adaala san jirtu keessaa addaan ifi baasane maraa, dubartoota isaanii, ilmaan isaaniitii fi ijoollee durraa isaanii worra beekkumsaa fi hubantii qabu mara woliin,