Nehemiah 10:29 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara worra gugurda'aa siiqan; akka seera Rabbi Muusee garbicha ufiititti kenneen jiraatan, seeraa fi ajaja Rabbii Gooftaa keennaa eeganii raawwatu'uuf kakatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
firoottan isaanii, qondaaltota isaanii wolitti dabalamanee, seera Waaqaa ka harka Muusee garbicha Waaqaatiin kenname gula deemiisaaf, ajaja, seerata fi sirna Mootii Waan Maraa Goottaa keennaa maraayyuu eegiisaaf, yoo yakkane abaaramiisaaf kakatane.