Nehemiah 10:30 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee teenna ta intalaa, worra Yihuudii hin taanee hin kenninu; ijoollee isaanii ta intalaa ijoollee teenna ta dhiiraatitti hin fuunu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ijoollee durraa teenna namoota biyya sanii akka hin heerumsiinne, ijoollee durraa ta isaaniille ilmaan teenna akka hin fuusinne kakanne.