Nehemiah 10:32 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan tajaajila mana woyyu'uutiif, waan xoroshoo ilaalchaa, waan ciincaa midhaanii ka hennaa maraa guyyaa Sambataatii fi jalqaba ji'aa dhiyeessuu, waan ciincaa midhaaniitii fi waan ciincaa ciincawuu, waan ayyaanaatiif, waan wontoota woyyooman ka worra Israa'eliitiif dhiifamsa cubbu'uutiif ta'u, waan ciincaa cubbu'uu, waan hujii mana Waaqa keennaatiif, wogga wogga'aan barbaachisu sadihi keessaa tokko fidu'uuf ajaja fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti tokko tokkoon keenna wogguma wogga'aan tajaajila mana Waaqa keennaatiif, sheeqelii harka sad keessaa tokko baasuu ifitti murre.