Nehemiah 10:34 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u, gadoonni, Leewwonninii fi baniin maruu akka hortee manniin abboota keennaatiin hennaa murtaaye keessatti akkuma seera irratti barreeffame ciincaa Rabbii Waaqa keennaaf ciincawu, kennaa ibiddaan ciincawu dhiyeessu'uuf hixaa wolitti buufne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti hayyooti, Lewwooti, kolbaalle, akka seera keessatti barreeffantetti, ciincaa Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf dhikaatu addee ciinca'aa irratti ciincessiisaaf, qoraan barbaachisu, maatii dhikeessitu murteessiisaaf, wogguma wogga'aan hixaa buufanna.