Nehemiah 10:35 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hangafa wogga wogga'aan lafa keenna irraa argannu, sanyii muka adda addaa maraa gara mana Rabbii fidu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti wogguma wogga'aan midhaan galfannuu fi midhaan mukaa mara keessaa mataa mataa gara Galma Mootii Waan Maraa finna.