Nehemiah 10:39 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaatii fi ijoolleen Israa'elii kennaa midhaanii, kennaa woyini'ii, kennaa dhadhaa ejersaatii fi kennaa waan cubbu'uutiif dhiyeessan gara hulee meeshaan mana woyyu'uu jiruu gara gadootaa, gara worra balbala eeganii, gara hulee worri faarfattootaa jiranii haa seensisanii. Nu'u sirima mana Rabbii Waaqa keennaa hin dhiifnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwootii fi kolbaan Israa'elii kennaa midhaan adda addaa, woynii haareyaa fi zayitii ejersaa addee meen Galma Waaqaa keyamuu fi addee hayyooti worri hujii irra jiranu, worri karra eeguu fi faarfattooti tee'anutti geessan; nuuti ammoo Galma Waaqa keennaa hin lakkinnu.