Nehemiah 11:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarole Yerusalemu qubateefi gumiini taani, hit'aa buufate mana kud'ani keesa mana toko ka godaane dira qulqullo Yerusalemu qubatu fohate, ka maneeni hafte taani dira d'ibi keesa qubattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni bani'ii qachaa Yerusaalemii keessa taa'an; Baniin hafan maatii kudhanii keessaa harki tokko garuu Yerusaalemii qachattii woyyittii, maatiin salgan garuu qachoota biraa keessa akka jiraataniif hixaa wolitti buusan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchitooti kolba'aa qachaa Yerusaalemii keessa le'ane; kolbaan worri hafane hixaa buufatanee maatii kudhan kudhan keessaa tokko qachaa guddaa woyyicha Yerusaalem keessa le'iisaaf filatamanee, worri hafe ammoo qachoota dhibii keessa le'ane.