Nehemiah 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami balbala tana, ka Mana Waaqa keesa hojatte, nama 822. Adayani, ilma Yorohamu, Yorohamuni ka Pelalia, Pelaliani ka Amzi, Amzini ka Zekaria, Zekariani ka Pashuri, Pashurini ka Malkia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan isaanii worri hujii manaa hojjatan dhibba saddeetii fi diddamii lama. Ilma Malkiya'aa, ilma Faaskoorii, Ilma Zakkaariyaasii, Ilma Amaasii, ilma Falaaliya'aa, Addaayaa Ilma Yirohaamii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Seraaya'aa worri Galma Waaqaa keessa tajaajilane wolumatti namoota dhibba saddeetii fi diddamii lama. Isaanille Adaayaa ilma Yerohaamii, akaakoo Felaaliya'aa ti. Sanyiin isaa Amzii, Zakaariyaas, Fash-Hurii fi Milkiiyaa fa'a.