Nehemiah 11:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli kaani ch'ufafi qaaloleefi worri Lawi ka hafe dira Yuda keesa mana ufiti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonninii fi Leewwonni worra Israa'elii keessaa hafan garuu adduma addaan qachaa Yihuuda'aa maraa keessa lafuma ufii irra jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii ta dhibiin, hayyootaa fi Lewwooti worri hafane, qachoota Yihuda'aa keessa lafuma ifii keessa qachoota Yihuda'aa dhibii keessa le'ane.