Nehemiah 11:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle seera sirba ka hayyuuni baaseti jira ka balbalti worra faro farooni Mana Waaqa keesati sirbitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faaruu guyya guyya'aan tartiibaan dhiyaatuuf mootichi ajaja baasa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dabareen guyyaa guyya'atti worra faarfattootaatiif kennamuu male akka kennamuuf, mooticha biraa ajaji bayeeru jiraayyu.