Nehemiah 11:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti hedduni dira ufi keesa d'aatu oobru ufi teete. Worri gosa Yuda Kiriathi Arbaafi Debonifi. Yekabzeelifi ollowaani d'aatu jirtu keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gandootaatiif, waan maasaa ufiitiif ijoollee Yihuuda'aa keessaa namoonni hedduu Qiriyaati'arbaaqii fi gandoota isi'ii keessa, Diiboonii fi gandoota isi'ii keessa, Yiqabsi'eelii fi gandoota isi'ii keessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa gariin qachoota asii gadii ka fichaa isaaniitiin cina'aa: qachaa Kiriyaat-Arabaatii fi olloota isaa keessa, qachaa Dhiibooniitii fi olloota isaa keessa, qachaa Yiqaabzii'eliitii fi olloota isaa keessa.