Nehemiah 11:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zanoafi Adulamufi ollowaani d'aatu dira kana jirtule keesa taa. Ammalle worri Lakishifi oobru d'aatu dira suni jirtuufi Azekafi ollowaani isaa keesa taa. Akasi jechaani worri Yuda lafa Beersheba ta bitatifi bale Hinomu ta mirga jiddu tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Zaanowaa, Adolaamii fi gandoota isi'ii, Laakkisoo fi maasaa isi'ii, Azeeqa'aa fi gandoota isi'ii keessa jiraatan; akkasuma Beersaabeehiin irraa jalqabee haga dhooqa Heenoomiititti mana ijaaratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachaa Zaano'a'aa keessa, qachaa Adunaamiitii fi olloota isaa keessa, qachaa Laakiishiitii fi fichaa cinaa isaa keessa, qachaa Aazeqa'aatii fi olloota isaa keessa le'ane. Maarre isaan biyya Bersheeba'aatii haga dhooqa Hiinomiititti qubatane.