Nehemiah 11:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Benjamini dira kana keesa taa: Geba, Mikimashi, Aya, Bethelifi ollowaani d'aatu jirtu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Biiniyaamii Geebaa irraa jalqabee haga Maakimaasiiti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Beniyaaminii ka Geba'aa dhufane, qachaa Makma'aa keessa, qachaa Ayyaatii keessa, qachaa Bet'eliitii fi olloota cinaa isaa keessa,