Nehemiah 11:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Lawi ka gari, ka qara lafa Yuda keesa tau, Godaansisani, lafa Benjamini qubsisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaa ka biyya Yihuuda'aa keessa jiraatan heddu isaanii gara worra Biiniyaamii ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti dur lafa Yihuda'aa keessa le'anu gariin lafa kolbaa Beniyaaminii keessa qubatane.