Nehemiah 11:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara gosa Yuda: Athaya, ilma Uzia Uziani ka Zekaria, Zekariani ka Amaria, Amariani ka Shefatia, Shefatiani ka Mahalaleli, Mahalaleliini ka Peresi, Peresini ka Yuda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yihuuda'aatii fi ta Biiniyaamii Yerusaalemiin keessa jiraatan. Ijoollee Faareesii ilmaan Yihuuda'aa keessaa ilma Malaali'eelii, ilma Safaaxiyaasii, ilma Amaariya'aa, ilma Zakkaariyaasii, ilma Ooziya'aa, Attaayyaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Yihuda'aatii fi sanyii Beniyaaminii keessalle'ee gariin Yerusaalem keessa le'ane. Sanyiin Yihuda'aa: Atayaa ilma Uziya'aa, akaakoo Zakaariyaasii ti. Sanyiin isaa Amaariyaa, shefaaxiya'aa fi Mahalalelii sanyii Faaresiille dabalata.