Nehemiah 11:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maaseya, ilma Baaruki, Baarukini ka Kolohoze, Kolohozeni ka Hazaya, Hazayani ka Adaya, Adayani ka Yoyaribu, Yoyaribuni ka Zekaria, Zekariani ka Shela, Shelani ka Yuda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ilma nama gosa Seeloona'aa, ilma Zakkaariyaasii, ilma Yooyaaribii, ilma Addaayya'aa, ilma Ozaaya'aa, ilma Kolhooze'eetii fi ilma Baarookii Ma'iseeyaa fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Ma'aseyaa ilma Baarukii, akaakoo Kolhozee ti. Sanyiin isaa ta dhibiin Shelaa Hazaayaa, Adaayaa, Yoyaariib fi Zakaariyaas.