Nehemiah 11:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'aloota Perezi, nami Yerusalemu keesa tau, nama 468 ka ch'ufti nama jajaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Faareesii ta Yerusaalemiin keessa jiraatan namoota dhibba afurii fi jahaatamii saddeet. Isaan worra jajjabaa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Faaresii worri Yerusaalem keessa le'ane, loltooti beekkamane, namoota dhibba afurii fi jaatamii saddeeti.