Nehemiah 11:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara gosa Benjamini: Salu, ilma Meshulamu, Meshulamuni ka Yoedi, Yoedini ka Pedaya, Pedayaani ka Kolaya, Kolayani ka Maaseya, Maaseyani ka Ithieli, Ithielini ka Yeshaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horteen Biiniyaamii ilma Yashaaya'aa, ilma Iti'eelii, ilma Ma'iseeya'aa, ilma Qolaaya'aa, ilma Faddaaya'aa, ilma Yoo'idiitii fi ilma Meesulaamii Saaluu fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Beniyaaminii keessaa: Sa'aaluu ilma Meshulaamii, akaakoo Yo'edii ti. Sanyiin isaa ta dhibiin Fedaayaa, Qolaayaa, Ma'aseyaa, Itii'el, Yeshaa'iya'a.