Nehemiah 11:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoelini, ilmi Zikri, gudda worrati, ammalle Yudaani, ilmi Hassenua, nama gudda dira suniti aanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan isaanii Iyyu'eelii ilma Zikirii ture. Yihuudaan ilmi Hasmu'aamii qachaa irratti bulchaa lammeesso'oo ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'el ilmi Ziikrii toowataa isaanii ti; Yihudaan ilmi Hasenu'aa qachaa irratti itti aanaa toowataa qacha'aa ti.