Nehemiah 12:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Mana Waaqa eegu, ka worra mana wo iti olkayani, ka d'aatu Fullo Mana Waaqa jiru eeguti mataa, kana: Matania, Bakabukia, Obadia, Meshulamu, Talmoni, Akubu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mataaniyaa, Baqbuqiyaa, Abdiyyuu, Mesulaam, Xeelmoonii fi Aquub worra meeshaa balbala bira jiru eegu turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mataaniiyaan, Baqbuqiiyaan, Obaadiyaan, Meshulaam, Xalmoonii fi Aquub eedduu mana meyaa, ka karra dalleya Galma Waaqaa biraa ti.