Nehemiah 12:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kunini bara Yoyakimu ilma Yoshua, ka ilma Yosadakitifi bara Nehemia namicha guddatifi bara qaallicha Ezra jed'ani, ka waan Seera guddo beekhu, lafa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kunniin bara Yo'aaqiimii ilma Iyyaasuu ilma Iyyooseedeeqii, bulchaan isaanii Nahimiyaa, bara gadicha Izraa seera barreessuullee hin jiran turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti kun bara Yoyaaqiimiin ilmi Iyaasuu akaakoo Yozaadaaqii, akkasuma bara Nahimiyaan biyya bulchuu, bara Izraan hayyichaa fi barsiisaa Seera Muuse'ee te'eeru tajaajilane.