Nehemiah 12:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa naabo dira Yerusalemu eebisani, worra Lawi ch'ufa fulla worri jiru d'ufaniini, aka worri guyya jila suni sirba galatani deebisani bilbilafi kiraari d'ae sirbu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ijaarsa Yerusaalemii eebbisan, haala eebbaa galataa fi gammachu'uun faarfata'aa sibiila shaka shaka jedhuun, meeshaa sagalee kennuun, Masiinqo'oonillee akka ayyaanteeffatan worra Leewwotaa hulee isaan jiran maraa soqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa dalleenni qachaa Yerusaalemii eebbifame, sibiila wolitti dhowamee qilillisuun, kiraaraa fi maseenqo'oon, faaruu galataatiin gammadaan akka isaan jilifatanu, Lewwoota addee isaa le'anu maraa gara Yerusaalemii fidane.