Nehemiah 12:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Fullo Maddo gahe jennaani Faano dira Dauditini seenani olkore, mana Daudi bira dabre, gama dira ka ilaborutiini. Naabo fulla Fullo Bisaanitini deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma balbala burqaa bisaanii bira gayaniin dallawuma biraan gara qachaa Daawitii qajeelanii kortoo irra bayanii mana mootumma'aa ka Daawitii bira lufanii dallawa qachattii sanii ka gara baya biiftu'uutiin jiruun deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karra madda bisaanii yennaa geyane, yaabbannoo irra gara qachaa Daawitii ol bayanee, mana mootummaa Daawitii irra dabaranee, karaa aduun baatuun gara karra bisaanii deebi'ane.