Nehemiah 12:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini taani d'ibiini ta sirba galata sirbuti, bita qajeelte naabo guba yaate, anileeni, biyya haga gari woliini faana worraa d'ufe. Nuu Doofi Ibida dabarre Naabo Ballooni baane,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiriirri worra galatoonfatuu ka lammeesso'oo gara cinaa bita'aatiin deeme. Anii fi baniin cinaan isaan duuba turre; dallawa hulee ibiddaa ka gara gubba'aatii jalqabee haga dallawa badha'aa, balbala Efreemii gubba'aan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goliin faarfattootaa ta lammeesso'oo, dalleya irra gara bita'aa deemane. Anille kolbaa gamisa woliin isaan gula deemee, xelleephoo ibiddaa bira dabarree, dalleya badhaa bira geenne.