Nehemiah 12:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani gumiini galata Waaqaa deebiftu taani lamaani fulla Mana Waaqatini baate. Jaarole na woliini jirtu malele,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma gareen worra galatoonfatuu lamaanuu mana Rabbii keessa dhaabatan. Anii fi cinaan worra bulchootaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
goliin faarfattootaa lamaanuu worri Waaqaaf galata galchinu adaala Galma Waaqaa geenne. Worra sooreyyii na woliin jiranu irratti dabalamiisaan,