Nehemiah 12:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worri aada woi qulqulleesanifi aada d'ibi Waaqi worraa kenne ch'ufa guutefi. Sirbituni Mana Waaqatifi jari Mana Waaqa eeguleeni huji ufi, aada duri Daudifi ilmi isaa Solomonini lafaani d'ufe, gula hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, worri faarfattootaatii fi worri balbala eegan seera Waaqa isaaniitii fi seera woyyoomuu isaanii akkuma Daawitiitii fi akkuma ilma isaa Solomooniititti eegan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan tajaajila Waaqa isaaniitii fi aadaa dhugeeffanna'aa ta qulqulleeffanna'aa godhane. Faarfattootii fi eeddoti karraalle akkuma ajaja Daawitiitii fi ilma isaa Solomooniititti, huji ifii hujane.