Nehemiah 12:7 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoyaariib, Yooda'ee, Saaluu, Amooq, Keeliqiyaasii fi Yoodaa'e'e. Kunniin bara Iyyaasuu gadicha gudda'aa bulchoota gadootaatii fi bulchoota obboleewwan gadootaa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sa'aaluu, Aamoq, Hilqiiya'aa fi Yedaa'iya'a. Isaan kun bara Iyaasu'uu keessatti sooreyyii hayyoota firoota isaanii ti.